Wongeela Maatewoosii 19:4-5
Wongeela Maatewoosii 19:4-5 GAXNT
Yesuus deebisee, “Waaqi jalqaba, ‘dhiiraa fi dubartii’ tolchee akka isaan dade hin dubbinnee?” jedhe. Itti dabaleelle, “Waan kanaaf nami haadhaa fi abbaa ifii hin lakkisa, haadha manaa ifiitiin wolitti maxxana; lamaanuu foon tokko hin te'an.