1
Seera Uumamaa 10:8
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Kuush, Naamrudin dhalche; Naamrud kun biyya lafaa keessatti nama jabaa isa duraa ture.
Jämför
Utforska Seera Uumamaa 10:8
2
Seera Uumamaa 10:9
Inni Waaqayyo duratti iyyuu adamsaa jabaa ture; kanaaf jechi,<<Akka Naamrud isa Waaqayyo duratti iyyuu adamsaa jabaa sanaa>> jedhamee dubbatamuu beekamaa ture.
Utforska Seera Uumamaa 10:9
Hem
Bibeln
Läsplaner
Videor