1
Uumama 15:6
Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
Abraam WAAQAYYOTTI amane; innis qajeelummaatti lakkaaʼeef.
Karşılaştır
Uumama 15:6 keşfedin
2
Uumama 15:1
Kana booddee dubbiin WAAQAYYOO mulʼataan gara Abraam dhufee akkana jedhe; “Yaa Abraam hin sodaatin; ani gaachana keetii fi gatii kee guddicha.”
Uumama 15:1 keşfedin
3
Uumama 15:5
Innis Abraamin gad baasee, “Samiiwwan ol ilaaliitii yoo urjiiwwan lakkaaʼuu dandeesse lakkaaʼi” jedhe. Itti fufees, “Sanyiin kees akkanuma baayʼata” jedheen.
Uumama 15:5 keşfedin
4
Uumama 15:4
Kunoo dubbiin WAAQAYYOO gara isaa dhufee, “Ilma gudeeda keetiitu dhaaltuu kee taʼa malee namichi kun dhaaltuu kee hin taʼu” jedhe.
Uumama 15:4 keşfedin
5
Uumama 15:13
WAAQAYYOS akkana isaan jedhe; “Akka sanyiin kee biyya kan isaa hin taʼin keessatti alagaa taʼee waggaa dhibba afuris achitti garboomfamee cunqurfamu dhugumaan beeki.
Uumama 15:13 keşfedin
6
Uumama 15:2
Abraam garuu, “Yaa WAAQAYYO Gooftaa, waan ani ijoollee hin qabneef namni qabeenya koo dhaaluuf jiru Eliiʼezer namicha Damaasqoo kana; egaa ati maal naa kennita?” jedhe.
Uumama 15:2 keşfedin
7
Uumama 15:18
Gaafa sanas WAAQAYYO akkana jedhee Abraam wajjin kakuu gale; “Ani biyya laga Gibxii jalqabee hamma laga Efraaxiis guddichaatti jiru kana sanyii keetiif nan kenna
Uumama 15:18 keşfedin
8
Uumama 15:16
Sanyiin kee dhaloota afuraffaatti as deebiʼa; cubbuun Amoorotaa amma iyyuu hin guunneetii.”
Uumama 15:16 keşfedin
Ana Sayfa
Kutsal Kitap
Okuma Planları
Videolar