Maatewos 28:19-20
Maatewos 28:19-20 KAKHAA
Tanaaf fulaa cufa yaa'aa, gosa cufaa nama kiyya tolchaa; maqaa abbaatiin, ka ilmaatii fi Hafuura Qulqullotiin nama cuuphaa, waan anin isanitti hime cufa akka guuttan warra barsiisaa! Beekaa, haga guyyaa muummeellee anin isan waliin jiraa” isaaniin jedhe.