Maatewos 28:5-6
Maatewos 28:5-6 KAKHAA
Ergamaan nadheen taaniin, “Anin akka isaan Yesus ka fannotti fannisan barbaaddan hinbeekaa, hinsodaatinaa! Innii arma hinjiru, yaayyu akkuma jedhee ka'ee koottaa, fulaa reeffa isaa ciifsisan laalaa.