Seera Uumamaa 24:3-4
Seera Uumamaa 24:3-4 MACQUL
Ati durboota warra Kana'aan warra ani isaan keessa jiraadhu kana keessaa ilma koo akka hin fuusifneef, Waaqayyo gooftaa waaqaa fi lafaatiin sin kaksiisa*! Biyya koo, lammii koo bira dhaqi! Yisihaq ilma kootiif durba barbaadii fidi!>> jedhe*.