Seera Uumamaa 26:22
Seera Uumamaa 26:22 MACQUL
Yommus Yisihaq achii adeeme, boolla bishaanii kan biraa qochisiise, isa irratti garuu namni qocolloo hin kaafne; kana irratti inni,<<Amma Waaqayyo iddoo bal'aa nuuf kenneera, nuyis biyyicha keessatti in baay'anna>> jedhee maqaa boollichaa Rehobotitti moggaase; [<<Rehobot>> jechuun <<Bal'ina>> jechuu dha].