Seera Uumamaa 27:36
Seera Uumamaa 27:36 MACQUL
Esaawuunis,<<Akkuma iyyuu maqaan isaa Yaaqoob jedhame mitii ree>> Inni kanaan si'a lammaffaa haxxummaadhaan qooda koo fudhachuu isaa ti! Dura angafummaa koo ana irraa fudhate, amma immoo kunoo, eebba koo ana irraa fudhate>> jedhe; kana booddee immoo abbaa isaatiin,<<Ati eebba tokko illee anaaf hin hambifnee?>> jedhe*.