1
Luqaas 1:37
Kakuu Haaraaka
Wantii Waaqii tolchuu hindandeenne tokkkoolleen hinjirtu” jedhee deebiseef.
Compare
Explore Luqaas 1:37
2
Luqaas 1:38
Maariyaam deebicheefii, “Ee anin garbittii Aabbootii, akkuma atin jette ha naa taatuu” jette. Jennaan ergamaan ka'ee isii biraa deeme.
Explore Luqaas 1:38
3
Luqaas 1:35
Ergamaan deebiseefii, “Hafuura Qulqullootti sitti dhufa, jabeennii Waaqaa Guddaa sitti gaadiseessa, tanaaf daa'ima qulqulloo dhalatu sun, ‘Ilma Waaqaa’ jedhanii yaaman.
Explore Luqaas 1:35
4
Luqaas 1:45
Waan atin akka dubbiin Aabboon sitti hime guutamtu dhugeeffatteef ya si eebbisan” jette.
Explore Luqaas 1:45
5
Luqaas 1:31-33
Atin garaachoofteetti ilma dhaltaa, maqaa isaa Yesus jedhii baas. Innii guddaa ta'a ilma Waaqaa Guddaa jedhanii yaaman, Aabboo Waaqii hayyumaa abaaboo isaa Daawit inkennaaf. Haga jiruu jireennaa hayyuu warra Yaaqob ta'a; hayyuumittii isaalleen muummee hinqabdu” jedhe.
Explore Luqaas 1:31-33
6
Luqaas 1:30
Jenaann ergamaan isiin, “Ee Maariyaam, hinsodaatin! Waaqii ya si eebbisee!
Explore Luqaas 1:30
Home
Bible
Plans
Videos