1
Maatewos 13:23
Kakuu Haaraaka
Midhaan biyyee dansaa gubbatti facaasan sun nama dubbii dhageennaan midhaafatee, duuba midhaan dhalu fakkaata; tokko dhibba, kadhibiin jaatama, ka garii soddoma dhala” jedhe.
Compare
Explore Maatewos 13:23
2
Maatewos 13:22
Midhaan qoraatti keessatti facaasan sun nama dubbii dhaga'ee, ammoo herrega lafaatii fi sobii duroomaa dubbii taan ukkaamsee, midhaan dhaluu dhowwu fakkaata.
Explore Maatewos 13:22
3
Maatewos 13:19
Namii yo dubbii mootummaa Waaqaa dhaga'ee hinhubatin, hamaan kaan dhufeetti, waan garaa isaa keessatti facaasan kaan keessaa fuudha. Kunin midhaan dhaattuu karaa jige.
Explore Maatewos 13:19
4
Maatewos 13:20-21
Midhaan lafa dhakaa gubbaa jige sun nama dubbii dhaga'ee hurrisee gammadaan fudhatu fakkaata. Ammoo hidda hinqabu, haga diqqaa oobsee, yo dhiphuu fi gaargalii marroo dubbii tanaatiif itti dhufu yoosuu gufata.
Explore Maatewos 13:20-21
5
Maatewos 13:44
“Mootummaan Waaqaa akka horii oobruu keessatti dhossaanii jirti, ka namii argate, biyyee irratti deebisee biraa deemee, gammachuu keessa dhaqee waan qabu cufaa gurguree oobruu sun bitate.”
Explore Maatewos 13:44
6
Maatewos 13:8
Midhaan garii biyyee dansaa gubbatti jiganii, midhaan dhalan, hagii tokko dhibba dhalanii, ka garii jaatama dhalanii, ka garii soddoma dhalan.
Explore Maatewos 13:8
7
Maatewos 13:30
Haga muraansii ga'uutti lachuu ha waliin baatuu. Gaafa muransaa, anin warra muruun; qaraa raafuu walti guuraa walti hidha akka guban, ammoo dargaayyee kodhoo tiyyatti galchaa’ jedhee isaanitti hima” jedhe.
Explore Maatewos 13:30
Home
Bible
Plans
Videos