1
Seera Uumamaa 37:5
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Yoseef abjuu abju'atee, obboloota isaatti yommuu hime, ittuma caalchisanii isa in jibban.
Compare
Explore Seera Uumamaa 37:5
2
Seera Uumamaa 37:3
Yaaqoob inni<<Israa'el>> jedhame ilma dulluma isaa jala argate waan ta'eef, Yoseefin ilmaan isaa hundumaa caalaatti in jaallate; qoloo dheeraa harka qabu in hojjechiiseef.
Explore Seera Uumamaa 37:3
3
Seera Uumamaa 37:4
Obboloonni isaa garuu akka abbaan isaanii obboloota isaa hundumaa caalaatti isa jaallate yommuu argan isa in jibban; nagaas isatti dubbachuu hin dandeenye.
Explore Seera Uumamaa 37:4
4
Seera Uumamaa 37:9
Ammas abjuu tokko abju'atee obboloota isaatti himee,<<Kunoo, ani abjuu kan biraa tokkos abju'adhe, biiftuun, ji'i, urjoonni kudha tokkos anaaf utuu gugguufanii argeera>> jedhe.
Explore Seera Uumamaa 37:9
5
Seera Uumamaa 37:11
Kana irratti obboloonni isaa isatti in hinaafan; abbaan isaa garuu dubbicha yaadatti in qabate*.
Explore Seera Uumamaa 37:11
6
Seera Uumamaa 37:6-7
Inni,<<Abjuu ani abju'adhe kana dhaggeeffadhaa! Kunoo, nuyi maasii gidduudhaa bissii in hiina turre; kunoo, bissiin koo ka'ee ol qajeelee dhaabate; bissiin keessan immoo isatti naanna'anii bissii kootiif in gugguufu turan>> jedheen.
Explore Seera Uumamaa 37:6-7
7
Seera Uumamaa 37:20
kottaa amma isa ajjeefnee, boollota kana keessaa tokkotti gad in darbannaa, bineensa hamaatu isa nyaatee in jennaa, mee, abjuun isaa lamaan waan ta'uuf jiran in ilaalla!>> jedhan.
Explore Seera Uumamaa 37:20
8
Seera Uumamaa 37:28
Warri Ishmaa'el naggaadonni Miidiyaan dhufanii in darbu turan; obboloonni isaa Yoseefin ol harkisanii boollicha keessaa baasanii, meetii ija digdamaan warra Ishmaa'elitti gurguran; isaan immoo Yoseefin biyya Gibxiitti in geessan*.
Explore Seera Uumamaa 37:28
9
Seera Uumamaa 37:19
Isaan walii isaaniitiin,<<Kunoo, abbaan abjuu sun dhufeera
Explore Seera Uumamaa 37:19
10
Seera Uumamaa 37:18
Isaan garuu utuma inni isaanitti hin dhi'aatin fagootti isa arganii, isa ajjeesuudhaaf irratti koratan.
Explore Seera Uumamaa 37:18
11
Seera Uumamaa 37:22
Yommus Ruuben,<<Dhiiga hin dhangalaasinaa, boolla lafa onaa kana keessa isa buusaa malee, harka keessan itti hin buusinaa!>> isaaniin jedhe; inni harka isaanii isa oolchee, abbaa isaatiif isa deebisuudhaaf ture.
Explore Seera Uumamaa 37:22
Home
Bible
Plans
Videos