1
Seera Uumamaa 38:10
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Wanti inni hojjete kun Waaqayyo duratti jal'aa ta'ee argame; kanaaf Waaqayyo innis immoo akka du'u godhe.
Compare
Explore Seera Uumamaa 38:10
2
Seera Uumamaa 38:9
Onaan garuu sanyiin kan isaa ti akka hin jedhamne waan beekuuf, obboleessa isaa sanyii malee hambisuudhaaf, yeroo haadha manaa obboleessa isaa bira ga'u, isa sanyii ta'u sana lafatti naqee in balleessa ture.
Explore Seera Uumamaa 38:9
Home
Bible
Plans
Videos