1
Seera Uumamaa 46:3
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Gooftaan,<<Ani Waaqayyo, Waaqayyo isa kan abbaa keetii ti; ani achitti saba guddaa akka ati taatu waanan godhuuf, biyya Gibxiitti gad bu'uu hin sodaatin*!
Compare
Explore Seera Uumamaa 46:3
2
Seera Uumamaa 46:4
Ani sii wajjin biyya Gibxiitti gad nan bu'a, deebisees ol sin fida; yommuu ati duutu Yoseef ija kee walitti siif in qaba>> jedhe.
Explore Seera Uumamaa 46:4
3
Seera Uumamaa 46:29
Yommus Yoseef konkolaataa isaa fe'atee, Israa'elin abbaa isaa simuudhaaf gara Gooshen dhaqe; inni abbaa isaa yeroo arge, morma isaatti kufee, yeroo dheeraadhaaf in boo'e.
Explore Seera Uumamaa 46:29
4
Seera Uumamaa 46:30
Israa'el Yoseefiin,<<Ani amma fuula kee argee fayyaatti jiraachuu kees ergan beekee, yoon du'e iyyuu du'e hin jedhu!>> jedhee Yoseefitti in dubbate*.
Explore Seera Uumamaa 46:30
Home
Bible
Plans
Videos