1
Seera Uumamaa 45:5
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
ammas lubbuu oolchuudhaaf isin dura asitti kan na erge Waaqayyo waan ta'eef, isin isa na gurgurtaniif yaadaan hin dhiphatinaa, ofittis hin aarinaa*!
Compare
Explore Seera Uumamaa 45:5
2
Seera Uumamaa 45:8
Egaa Waaqayyo malee, isintu as na erge miti; inni mootichaaf abbaa, mana isaa hundumaa irratti gooftaa, guutummaa biyya Gibxii irrattis bulchaa biyyaa na godhe*.
Explore Seera Uumamaa 45:8
3
Seera Uumamaa 45:7
Waaqayyo hambaa lafa irratti isiniif qusachuudhaaf, warra baay'atanii hofkalanis fayyaatti isiniif jiraachisuudhaaf, isin dura na erge.
Explore Seera Uumamaa 45:7
4
Seera Uumamaa 45:4
Yoseef kana booddee obboloota isaatiin,<<Maaloo as gara kootti dhi'aadhaa!>> jedhe; isaanis isatti in dhi'aatan; inni immoo,<<Ani Yoseef obboleessa keessan, isa isin biyya Gibxiitti gurgurattanii dha*
Explore Seera Uumamaa 45:4
5
Seera Uumamaa 45:6
Waggaa lamaan kana biyyicha keessatti beelli bu'eera, amma iyyuu immoo kan itti hin qotamne, hin haamamnes waggoota shantu hafe
Explore Seera Uumamaa 45:6
6
Seera Uumamaa 45:3
Yoseef obboloota isaatiin,<<Ani Yoseef, abbaan koo jiraa?>> jedhe; obboloonni isaa garuu fuula isaa dura dhaabachuu isaaniitiif na'anii waan raafamaniif, deebii isaaf deebisuu hin dandeenye.
Explore Seera Uumamaa 45:3
Home
Bible
Plans
Videos