1
Seera Uumamaa 44:34
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Wanta hamaa abbaa koo irra ga'u akkan hin arginetti, mucichi na bira hin jiru yoo ta'e, ani gara abbaa kootti ol ba'uu hin danda'u>> jedhe.
Compare
Explore Seera Uumamaa 44:34
2
Seera Uumamaa 44:1
Yommus Yoseef namicha isa hojii mana isaa adeemsisu ajajee,<<Namoota kanaaf midhaan hamma qalqalli isaanii baachuu danda'u itti gugguutiif; horii isaaniis adduma addaan afaan qalqala isaanii keessa kaa'i!
Explore Seera Uumamaa 44:1
Home
Bible
Plans
Videos