Inni immoo deebisee,<<Yaadni keessan nagaa haa qabaatu, hin sodaatinaas! Waaqayyo keessan, Waaqayyo isa kan abbaa keessaniitu badhaadhummaa hin beekamne qalqala keessa isiniif kaa'e! Horiin keessan sun na ga'eera>> jedhe; kana booddee Shimi'oonin gara isaaniitti gad baase*.