1
Lewwota 10:1
Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
Ilmaan Aroon jechuunis Naadaabii fi Abiihuu girgiraa isaanii fudhatanii ibidda itti naqanii ixaana irratti firfirsan; isaanis ibidda hin eeyyamamne kan Inni hin ajajin fuula WAAQAYYOO duratti dhiʼeessan.
Compare
Explore Lewwota 10:1
2
Lewwota 10:3
Museenis Arooniin akkana jedhe; “Wanni WAAQAYYO dubbate kanaa dha: “ ‘Ani warra natti dhiʼaatan gidduutti, qulqullina koo nan argisiisa; saba hunda durattis ani nan ulfaadha.’ ” Aroon immoo ni calʼise.
Explore Lewwota 10:3
3
Lewwota 10:2
Kanaafuu ibiddi WAAQAYYO biraa baʼee gubee isaan fixe; isaanis fuula WAAQAYYOO duratti dhuman.
Explore Lewwota 10:2
Home
Bible
Plans
Videos