1
Lewwota 11:45
Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
Ani WAAQAYYO kan Waaqa keessan taʼuuf jedhee biyya Gibxiitii isin baasee dha; kanaafuu ani qulqulluudhaatii isinis qulqulluu taʼaa.
Compare
Explore Lewwota 11:45
2
Lewwota 11:44
Ani WAAQAYYO Waaqa keessanii dha; waan ani qulqulluu taʼeef isinis of qulqulleessaatii qulqulloota taʼaa. Uumama lafa irra munyuuqu kamiin iyyuu of hin xureessinaa.
Explore Lewwota 11:44
Home
Bible
Plans
Videos