1
Lewwota 19:18
Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
“ ‘Saba kee keessaa nama tokkotti iyyuu haaloo hin baʼin yookaan haaloo itti hin qabatin; ollaa kee garuu akkuma ofii keetiitti jaalladhu. Ani WAAQAYYO.
Compare
Explore Lewwota 19:18
2
Lewwota 19:28
“ ‘Nama duʼeef jettanii dhagna keessan hin mammadeessinaa yookaan mallattoo tumaa tokko illee of irratti hin tolfatinaa. Ani WAAQAYYO.
Explore Lewwota 19:28
3
Lewwota 19:2
“Akkana jedhii waldaa saba Israaʼel hundatti himi; ‘Ani WAAQAYYO Waaqni keessan qulqulluudhaatii isinis qulqulloota taʼaa.
Explore Lewwota 19:2
4
Lewwota 19:17
“ ‘Garaa keetti obboleessa kee hin jibbin; akka cubbuu isaa keessatti qooda hin qabaanneef ollaa kee ifaan ifatti itti dheekkami.
Explore Lewwota 19:17
5
Lewwota 19:31
“ ‘Isin akka hin xuroofneef ilaaltota bira hin deeminaa yookaan warra ekeraa dubbisan hin barbaadinaa. Ani WAAQAYYO Waaqa keessan.
Explore Lewwota 19:31
6
Lewwota 19:16
“ ‘Saba kee gidduutti hamii hin facaasin. “ ‘Waan jireenya ollaa keetii balaa irra buusu hin hojjetin. Ani WAAQAYYO.
Explore Lewwota 19:16
Home
Bible
Plans
Videos