1
Lewwota 20:13
Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
“ ‘Yoo namni akkuma dubartii wajjin ciisutti dhiira wajjin ciise lamaan isaanii iyyuu waan jibbisiisaa hojjetaniiru. Isaan haa ajjeefaman; dhiigni isaanii matuma isaaniitti deebiʼa.
Compare
Explore Lewwota 20:13
2
Lewwota 20:7
“ ‘Of qulqulleessaa; qulqullootas taʼaa; ani WAAQAYYO Waaqa keessaniitii.
Explore Lewwota 20:7
3
Lewwota 20:26
Sababii ani WAAQAYYO qulqulluu taʼee fi akka isin kan koo taataniifis saboota kaan irraa addaan isin baaseef, isin qulqulloota naaf taʼaa.
Explore Lewwota 20:26
4
Lewwota 20:8
Sirna koo eegaa; duukaa buʼaas. Ani WAAQAYYO isa isin qulqulleessuu dha.
Explore Lewwota 20:8
Home
Bible
Plans
Videos