Wongeela Luqaas 8:47-48
Wongeela Luqaas 8:47-48 ARSIDNT
Dubarttiin'llee akka hin dhokatin yeroo beekittetti hollata'aa gara Yesusii dhufttee, miila isaa jalatti ni kuftte, kanaan duubatti maali'iif akka isa tuxxee fi attamitti bakkumatti akka fayyite'llee, ummata mara duranatti ni ibisite. Yesus'llee, «Yaa mucattii tiyya, amantiin kee si fayyisee jira, nagayaan deemi!» jedheen.