Seera Uumamaa 35:18
Seera Uumamaa 35:18 MACQUL
Raahel du'uudhaaf yeroo lubbuun ishee ba'uuf jettetti, maqaa mucichaa <<Ben-Onii>> jettee moggaafte; abbaan isaa garuu<<Benyaamiin>> jedhee moggaase; [<<Ben-Onii>> jechuun <<Ilma gadda koo>> jechuu yommuu ta'u,<<Benyaamiin immoo?<<Ilma mirga koo>> jechuu dha].