YouVersion Logo
Search Icon

Kitaaba Seera Dadaa 11:6-7

Kitaaba Seera Dadaa 11:6-7 GUJ

Inni, «Kunoo, isaan kolbaa takka'a; marti isaaniituu afaan tokkocha dubbatan; kun waan isaan huju'uuf jiranu keessaa ka jalqabaa ti; waan isaan hujiisaaf yaada qabanu keessaa, takkaalle wonni isaan hujuu dadhabanu hin jirtu. Kowa'a, gad buunee, akka isaan wolii hin galle, afaan isaanii wol keessa akka makamu goona» jedhe.

Video for Kitaaba Seera Dadaa 11:6-7