1
Wongeela Luqaasii 23:34
Guji Oromo New Testament 2007
Yesuus ammoo, “Abba'a, isaan waan godhiisatti jiranu waan hin beenneef, isaaniif araarami!” jedhe. Isaan carraa buufatiisaan woyaa isaa qoodamane.
مقایسه
Wongeela Luqaasii 23:34 را جستجو کنید
2
Wongeela Luqaasii 23:43
Yesuus deebisee, “Dhugumaan ani sitti hima, adhuma ana woliin addee gammadaa keessa hin jiraatta” jedheen.
Wongeela Luqaasii 23:43 را جستجو کنید
3
Wongeela Luqaasii 23:42
Achiin duuba Yesuusiin, “Yesuus, mootummaa teetiin yennaa dhuttu na qaabbadhu!” jedhe.
Wongeela Luqaasii 23:42 را جستجو کنید
4
Wongeela Luqaasii 23:46
Yesuus qoonqoo guddo'oon, “Abbaa kiyya, ani ayyaana kiyya harka keetitti kennadha!” jedhe. Inni kana jedhee du'e.
Wongeela Luqaasii 23:46 را جستجو کنید
5
Wongeela Luqaasii 23:33
Addee “Buqqii Mata'aa” jedhantu yennaa geyane, achitti Yesuus fannisane; yakkaammeyyiille tokkocha midda isaatitti, kaan bitaa isaatitti fannisane.
Wongeela Luqaasii 23:33 را جستجو کنید
6
Wongeela Luqaasii 23:44-45-44-45
Orraa gara sa'aatii jaatitti aduun ifa waan dhaddeef, latti duudiin dukkanoottee, haga sa'aatii sagalii turte. Gollaan Galma Waaqaalle addee lamatti tarsa'e.
Wongeela Luqaasii 23:44-45-44-45 را جستجو کنید
7
Wongeela Luqaasii 23:47
Ajajaan dhibbaa waan te'e kana yennaa dhagge, “Namichi kun dhugumaan nama balcha'a” jedhee Waaqa galateeffate.
Wongeela Luqaasii 23:47 را جستجو کنید
خانه
كتاب مقدس
برنامههای مطالعه
ویدیوها