1
Kitaaba Seera Dadaa 13:15
KITAABA WOYYICHA
Lafa ati dhaggitu tana duudii si'ii fi sanyii teetiif hin kenna; isiille haga bara baraa teessan hin teeti.
Összehasonlít
Fedezd fel: Kitaaba Seera Dadaa 13:15
2
Kitaaba Seera Dadaa 13:14
Loox isa irraa gargar bayeen duuba, Mootiin Waan Maraa Abraamiin, «Ol jedhiitii, lafa amma jirtu tana, kaabaa fi kibba, gara aduun baatuu fi seentu ilaali
Fedezd fel: Kitaaba Seera Dadaa 13:14
3
Kitaaba Seera Dadaa 13:16
Ani sanyii teeti akka maansa lafaa hin godha; nami maansa lafaa laakkowuu yoo dande'e, sanyiin teetille laakkowamuu hin dandeetti.
Fedezd fel: Kitaaba Seera Dadaa 13:16
4
Kitaaba Seera Dadaa 13:8
Achiin duuba Abraam, Looxiin, «Nuuti obboleeyyan waan teeneef, si'ii fi ana oddu'utti, tissitoota horii keetiitii fi tissitoota horii kiyyaa oddu'utti lolli ka'uu hin malle.
Fedezd fel: Kitaaba Seera Dadaa 13:8
5
Kitaaba Seera Dadaa 13:18
Maarre Abraam dunkaana ifii buqqifatee, qilxaa Mamre'ee ka Hebroonitti dhiko'oo bira dhufee qubate. Achille'etti addee ciinca'aa Mootii Waan Maraatiif ijaare.
Fedezd fel: Kitaaba Seera Dadaa 13:18
6
Kitaaba Seera Dadaa 13:10
Loox adaala ilaalee, dhooqi Yordaanosii haga qachaa Zo'aariititti akka oorruu Mootiin Waan Maraa Edenitti godhee, akka lafa Gibxi'iille bisaan akka qaddu dhagge; tun Mootiin Waan Maraa qachoota Sodoomiitii fi Gomora'aa balleessiisaan dura.
Fedezd fel: Kitaaba Seera Dadaa 13:10
Kezdőoldal
Biblia
Tervek
Videók