Wongeela Luqaasii 19:39-40
Wongeela Luqaasii 19:39-40 GAXNT
Gumii san keessaa Fariisaayoti gariin, “Barsiisa'a, barattooti teeti akka cadhisanuuf xixi!” Yesuusiin jedhane. Yesuus ammoo deebisee, “Ani isinitti hima, yoo isaan cadhisane, dhakooti hin iyyan” jedhe.