1
Maatewos 9:37-38
Kakuu Haaraaka
Jennaan Yesus jara isaatiin, “Midhaan muran guddoo, namii midhaan muru ammoo diqaa. Tanaaf akka innii nama midhaan muru oobruutti ergu abbaa midhaan sunii kadhadhaa!” jedhe.
Харьцуулах
Maatewos 9:37-38 г судлах
2
Maatewos 9:13
Beenaa, waan jecha kanaa hubadhaa, anin naasuu fedhaa, sooriyoo hinfedhu. Anin cubbicha malee, nama qajeelaa yaamuu hindhumne” jedheen.
Maatewos 9:13 г судлах
3
Maatewos 9:36
Gumii arginaan, marroo isiin qarqaarsa dhabdee dadhabdee hooliyyee tissituu hinqamnee fakkaateef na'eef.
Maatewos 9:36 г судлах
4
Maatewos 9:12
Yesus dubbii taan dhageennaan, “Namii fayyaa qabu cireessa hinbarbaadu, nama fayyadhabe callaatti barbaada.
Maatewos 9:12 г судлах
5
Maatewos 9:35
Duuba Yesus achii deemee dira, ollootaa fi manneen Waldeennaa keessatti oduu dansaa mootummaa Waaqaa, haasaa'ee dhukkubaa fi fayyadhaba cufa fayyise.
Maatewos 9:35 г судлах
Нүүр хуудас
Библи
Тѳлѳвлѳгѳѳнүүд
Бичлэгүүд