Seera Uumamaa 28:15

Seera Uumamaa 28:15 MACQUL

Kunoo! Ani sii wajjinan jira, iddoo ati dhaqxu hundumaatti sin eega; biyya kanatti sin deebisa, waan ani sitti dubbadhe siifan raawwadha malee, si hin gatu!>> jedhe.