Seera Uumamaa 42:6

Seera Uumamaa 42:6 MACQUL

Biyya Gibxii hundumaa inni bulchu, namoota biyya hundumaattis inni midhaan gurguru Yoseef ture; obboloonni Yoseefis dhufanii isa duratti dhi'aatanii, hamma mataan isaanii lafa ga'utti in qoomma'aniif.