Seera Uumamaa 45:3

Seera Uumamaa 45:3 MACQUL

Yoseef obboloota isaatiin,<<Ani Yoseef, abbaan koo jiraa?>> jedhe; obboloonni isaa garuu fuula isaa dura dhaabachuu isaaniitiif na'anii waan raafamaniif, deebii isaaf deebisuu hin dandeenye.