1
Huji Ergattu 3:19
KITAABA WAAQA
Tanaafi daba iraa deebia, Waaqaati fuula deefad'a, aka inni daba isani iraa d'iqu
Порівняти
Дослідити Huji Ergattu 3:19
2
Huji Ergattu 3:6
Petroni waan jed'eeni, Shilingifi worqi sii kennu inqabu, ammo waan qabu sii kenna: maqa Yeso Kristo ka Nazaretitiini kai deemi.
Дослідити Huji Ergattu 3:6
3
Huji Ergattu 3:7-8
Petroni harka mirgicha isaa qabe oli kaase. Hojuma suni faanafi koometuuni isaa jabaatte, inni olch'ee ejate deeme. Jennaani worra woliini Mana Waaqa seene, olch'ech'ee Waaqa faarse.
Дослідити Huji Ergattu 3:7-8
4
Huji Ergattu 3:16
Jabeenna maqa isati namicha naafa kana fayyise. Waan isani argitani d'ageettani kana jabeenna maqa isaatiini tolchani. D'ugefacha inni Yeso d'ugefateti namicha kana isani durati fayyise.
Дослідити Huji Ergattu 3:16
Головна
Біблія
Плани
Відео