1
Maarqoos 8:35
Kakuu Haaraaka
Wantii akkanaatiif namii jireenna ufii baasuu fedhuu cuftii hindhaba, namii ammoo marroo tiyyaa fi marroo oduu Dansaatiif jireenna ufii balleessu inargata.
Порівняти
Дослідити Maarqoos 8:35
2
Maarqoos 8:36
Namii waan lafa tanaa cufa argatee ammoo lubbuu ufii yo dhabee maal baatiif?
Дослідити Maarqoos 8:36
3
Maarqoos 8:34
Jennaan Yesus jara ufii walti yaamee warraan, “Namii yo na gula deemuu fedhee, ha ufi mormatee, fannoo ufii baatee na gula deemuutii.
Дослідити Maarqoos 8:34
4
Maarqoos 8:37-38
Namii lubbuu ufiitii maal baasuu danadaa? Nama dhaloota hamaa Waaqaa didu cubbichaa kana keessatti naa fi dubbii tiyyaallee didee, ilmii namaa gaafa ulfinna Abbaa ufitiin ergamtoota qulqulloo waliin dhufee isaallee hindida” jedhe.
Дослідити Maarqoos 8:37-38
5
Maarqoos 8:29
Innii warra gaafatee, “Isan ufii eennu naan jettan?” jedhe. Jennaan Phexros, “Atin Kiristoos” jedheen.
Дослідити Maarqoos 8:29
Головна
Біблія
Плани
Відео