Maatewos 23:23
Maatewos 23:23 KAKHAA
Gaargalii keessan, jara seera beekuu fi Fariisota, kiyyibdoolee! Qooda kudhaneessoo ka gurbii urgootii fi waan dhibii sagaleen urgeesaniillee Waaqaa baaftanii, barsiisaa isaa jajabduu ta seeraa diddan, ta akka qajeelumaa, naasuu fi dhugaa. Adoo seera dhibiillee hindinnee waan kana guutuu maltan.