Seera Uumamaa 25:23
Seera Uumamaa 25:23 MACQUL
Waaqayyos isheedhaan, <<Gadameessa kee keessa saba lamatu jira; gosoonni lamaan si irraa dhalatanis gargar in hiramu; gosa isa tokkotu isa kaan irra jabaata; isa angafatu isa quxisuudhaaf ergama!>> jedhe*.