Seera Uumamaa 27:39-40
Seera Uumamaa 27:39-40 MACQUL
Yommus Yisihaq abbaan isaa,<<Kunoo, lafti jireenya keetii iddoo cooma lafaa irraa fagaate, ol gubbaadhaas fixeensa waaqa irraattii kan fagaate in ta'a. Ati billaa keetiin in jiraatta, obboleessa keetiifis in hojjetta; garuu yeroo diddee jalaa sosochootutti waanjoo isaa boquu kee irraa in buufta>> jedheen*.