Wongeela Yohaannisii 11:25-26
Wongeela Yohaannisii 11:25-26 GAXNT
Yesuus, “Du'aa ka'iisaa fi jiruun ana. Ka anatti dhugeeffatu, du'ulle jiru'uun hin le'a; Ka jiru'uun le'uu fi anatti dhugeeffatu marti hin du'u. Ati kana hin dhugeeffattaa?” isi'iin jedhe.