Wongeela Luqaasii 14:13-14
Wongeela Luqaasii 14:13-14 GAXNT
Ati ammoo yennaa jila gootu, worra hiyyeessa, worra naafa, worra hokkola'aa fi worra ballaa waami! Ati hin eebbiffanta; isaan waan si'iif deebisanu hin qabanu, Waaqi ammoo guyyaa du'aa ka'a balchoole'eetitti si'iif hin deebisa” jedhe.