Seera Uumamaa 50:24

Seera Uumamaa 50:24 MACQUL

Yoseef yommus obboloota isaatiin,<<Ani du'uufan jedha; Waaqayyo garuu isin in yaadata, biyya kana keessaa gara biyya isa Abrahaam, Yisihaq, Yaaqoobiif kennuuf kakatetti ol isin in baasa>> jedhe.