1
Luqaas 23:34
Kakuu Haaraaka
Yesus, “Aabboo, warra kanaa araaram, waan tolchuu jiran hinbeekanii” jedhe. Warrii ammoo wayaa isaa hixaa buufatee qoodate.
Compară
Explorează Luqaas 23:34
2
Luqaas 23:43
Yesusilleen deebisee isaan, “Anin dhugumaan, sitti himaa, ardha atin na waliin mootummaa Waaqaa keessa teetta” jedheen.
Explorează Luqaas 23:43
3
Luqaas 23:42
Jennaan Yesusiin, “Yesus, yo guddinna kankee seentu na qaabadhu!” jedhe.
Explorează Luqaas 23:42
4
Luqaas 23:46
Yesus qoonqoo guddoon lallabee, “Aabboo, lubbuu tiyya harka kankeetti lakkisa!” jedhee ciche.
Explorează Luqaas 23:46
5
Luqaas 23:33
Fulaa Buqqee Mat. aa jedhan geennaan, achitti fannootti isa fannisan. Jara lamaan tokko ka wa yakkeellee, tokko gama mirgaatti kaan ammoo gama bitaatti fannisan.
Explorează Luqaas 23:33
6
Luqaas 23:44-45
Laftii guyyaa guddaa geennaan aduun ibsuu lakkichee haga saafa'aa dukkanoofte. Gollii Mana Waaqaa jidduutti fulaa lamaatti gargaarii tarsa'e.
Explorează Luqaas 23:44-45
7
Luqaas 23:47
Guddaan warra waraanaa waan ta'e arginaan, “Namichii kunin dhuguma nama qajeelaa!” jedhee Waaqaa faarse.
Explorează Luqaas 23:47
Acasă
Biblia
Planuri
Videoclipuri