Mufananidzo weYouVersion
Mucherechedzo Wekutsvaka

Wongeela Luqaas 18:7-8

Wongeela Luqaas 18:7-8 ARSIDNT

Waaqinni eegaa, halkanii fi guyyaa iyya'aa ummata isa kadhatan, isaatiif hin murtteessuu ree? Shilla jechu'uun hoo gargaarssa isaa isaan, irraa ni tursiisaa ree? Uduu hin turin dadafaan isaanii ni murtteessa isiniin jedha. Garuu Ilmi Namaa yeroo itti dhufutti, arddii irratti amantii ni argata laata?»