Yesus deebiseefii, “Seerii seera cufa irra jabaa kanaa, Me Israa'el, dhagayi! Aabboo Waaqii keenna Abbaa tokkocha. Aabboo Waaqaa kee garaa kee cufaan, lubbuu tee cufaan, qalbii tee cufaan, jabeenna kee cufaan jaaladhu. Lammeessoon ammoo, ‘Ollaa kee akka ufi jaalattu jaaladhu!’ ka jedhu. Seerii kana lamaan irra jabaa hinjiru” jedhe.