1
Maarqoos 14:36
Kakuu Haaraaka
“Ee Aabboo, atin waan cufa indandeeta, muduunuu gaargalaa tana narraa fuudhi! Ammoo fedhii tiyyaanitii fedhii teetiin haa taatuu” jedhe.
Порівняти
Дослідити Maarqoos 14:36
2
Maarqoos 14:38
Hinrafinaa, akka ilaalachaa keessa hinseennee kadhadhaa! Hafuuri dhugumaa infedhaa, foon ammoo dadhaboo” jedhe.
Дослідити Maarqoos 14:38
3
Maarqoos 14:9
Dhuguma, waan anin isanitti himuu, fulaa oduu dansaa itti odeessan cufaatti waan isiin tolchitteellee hinhiman, akka isii qaabattan” jedhe.
Дослідити Maarqoos 14:9
4
Maarqoos 14:34
Warraani, “Lubbuun tiyya du'aa asi guddoo ooddii, diqquma na keessaa hinbaane; isan arma tata'aa, jabadhaa eegaa!” jedhe.
Дослідити Maarqoos 14:34
5
Maarqoos 14:22
Adoo warrii sagalee nyaachuutti jiruu, Yesus qixxaa fuudhee, eebbisee, cacabsee warratti kennee, “Hoodhaa, kunini nafa kiyyaa” jedhe.
Дослідити Maarqoos 14:22
6
Maarqoos 14:23-24
Innii muduunuu fuudhee, Waaqaa galata galchee, warratti kennee, warrii cuftii muduunuu keessaa dhuge. Innii warraani, “Kunin dhiiga kiyya, ka kakuu waldhaqisaa, ka nama hedduu jige.
Дослідити Maarqoos 14:23-24
7
Maarqoos 14:27
Yesus warraani, “Isaniini cuftii na dhiichanii baqattan. Wantii akkanaatiif barreessiin durii, ‘Anin tissituu ijeessee, hooliyyeen garagarii bittinoftii’ jette.
Дослідити Maarqoos 14:27
8
Maarqoos 14:42
Ka'aa nu yaasaa! ilaalaa, namii harka nyaapha kiyyaatti dabarsee na kennu dhaattuu tana jira” jedhe.
Дослідити Maarqoos 14:42
9
Maarqoos 14:30
Yesus ammoo isaani, “Dhuguma, siin jedha, halkanuma kana, adoo kormii lukkuu marroo lama hiniyyinee, ati marroo sadii na mormatta” jedheen.
Дослідити Maarqoos 14:30
Головна
Біблія
Плани
Відео