1
Seera Uumamaa 12:2-3
Kitaaba Woyyuu
banii guddaa si taasisaa; si eebbisaa; maqaa keellee hin kabajjaa; eebbaaf ta'i; Worra si eebbisu hin eebbisa; worra si abaaru hin abaara; baniin biyya lafaa maruu siin eebbifama» jedhe.
موازنہ
تلاش Seera Uumamaa 12:2-3
2
Seera Uumamaa 12:1
Rabbi Abraamiin, «Biyya kee, fira kee, mana abbeetii keessaallee bayiitii gara lafa ani sitti mudhisuu dhaqi
تلاش Seera Uumamaa 12:1
3
Seera Uumamaa 12:4
Abraam akkuma Rabbi isatti hime ka'ee deeme; Looxillee isa woliin deeme; Abraam hennaa Kaaraaniin keessaa bawu nama woggaa torbaatamii shanii ture.
تلاش Seera Uumamaa 12:4
4
Seera Uumamaa 12:7
Rabbi Abraamitti mudhatee, «Lafa tana hortee keetii kenna» jedheen; innillee Waaqa isatti mudhate saniif hulema sanitti hulee ciinca'aa hojjate.
تلاش Seera Uumamaa 12:7
صفحہ اول
بائبل
مطالعاتی منصوبہ
Videos