YouVersion Logo
تلاش

Maatewos 1:18-19

Maatewos 1:18-19 KAKHAA

Dhalootii Yesus Kiristoo akkana, Yoseef haadha isaa Maariyam kadhatee, adoo warrii dhiirsaa fi niitii hinta'in, isii Hafuura Qulqulloon garaachoofte argan. Yoseefiin, isii kadhate sun, nama dansaa isii ceersuu hinfeenee, ammoo dhossaan lakkisuu fedhe.

پڑھیں Maatewos 1

اس Maatewos 1:18-19 کے مطابق مفت مطالعاتی منصوبے اور عقیدت بھرے پیغام