YouVersion Logo
تلاش

Maatewos 2:12-13

Maatewos 2:12-13 KAKHAA

Oobjuuni Waaqii, “Herodisitti hindacha'inaa” warraan jennaan ka'anii, karaa dhibiin lafa ufiitti galan. Eegii warrii yaa'e, ergamaan Aabboo Waaqaa oobjuun Yoseefiitti dhufee, “Herodis gurbaa barbaadee ijjeessuu fedhaa, ka'ii, gurbaa fi haadha fuudhii lafa Gibxii dhaqii, haga anin sitti himuutti achuma taa'i” jedheen.

پڑھیں Maatewos 2

اس Maatewos 2:12-13 کے مطابق مفت مطالعاتی منصوبے اور عقیدت بھرے پیغام