YouVersion Logo
تلاش

Uumama 1:26-27

Uumama 1:26-27 HAH

Waaqnis, “Kottaa akka bifa keenyaatti, akka fakkeenya keenyaattis nama uumnaa; isaanis qurxummii galaanaa irratti, simbirroo samii irratti, horii irratti, lafa hundumaa fi uumamawwan lafa irra munyuuqan hundumaa irratti aangoo haa qabaatan” jedhe. Kanaafuu Waaqni akka bifa isaatti nama uume; akka bifa Waaqaatti isa uume; innis dhiiraa fi dubartii taasisee isaan uume.

پڑھیں Uumama 1

سنیں Uumama 1

اس Uumama 1:26-27 کے مطابق مفت مطالعاتی منصوبے اور عقیدت بھرے پیغام