YouVersion Logo
تلاش

Uumama 1:9-10

Uumama 1:9-10 HAH

Waaqnis, “Bishaan samiidhaa gad jiru iddoo tokkotti walitti haa qabamu; lafti gogaanis haa mulʼatu” jedhe. Akkasumas taʼe. Waaqni lafa gogaa sanaan “lafa” jedhe; bishaanicha walitti qabameen immoo “galaana” jedhee moggaase. Waaqnis wanni kun akka gaarii taʼe arge.

پڑھیں Uumama 1

سنیں Uumama 1

اس Uumama 1:9-10 کے مطابق مفت مطالعاتی منصوبے اور عقیدت بھرے پیغام