1
Wongeela Maatewoosii 4:4
Guji Oromo New Testament 2007
Yesuus ammoo, “Barreeffam Woyyichi, ‘Jecha afaan Waaqaa keessaa bawu maraan malee, nami sagalee calla'aan hin le'u’ jedha” jedhee deebise.
Ṣe Àfiwé
Ṣàwárí Wongeela Maatewoosii 4:4
2
Wongeela Maatewoosii 4:10
Yesuus deebisee, “Seexana, bayyadhu! Barreeffam Woyyichi, ‘Goottaa Waaqa keetiif sagadi, isa callaa tajaajili’ jedha” jedheen.
Ṣàwárí Wongeela Maatewoosii 4:10
3
Wongeela Maatewoosii 4:7
Yesuus deebisee, Barreeffam Woyyichi, “ ‘Goottaa Waaqa keeti haga hin ilaalin’ jedha” jedheen.
Ṣàwárí Wongeela Maatewoosii 4:7
4
Wongeela Maatewoosii 4:1-2
Achiin duuba akka Yesuus Seexanaan ataabamu Ayyaanni Woyyichi gara goomole'ee geesse. Yesuus guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama laameen duuba beelote.
Ṣàwárí Wongeela Maatewoosii 4:1-2
5
Wongeela Maatewoosii 4:19-20
Yesuus isaaniin, “Na hordofa'a! Ani guurtuu namaa isin tolcha” jedhe. Isaan yennuma san caccoota ifii lakkisaanee isa hordofane.
Ṣàwárí Wongeela Maatewoosii 4:19-20
6
Wongeela Maatewoosii 4:17
Yennaa sanii jalqabee Yesuus, “Mootummaan Waaqaa waan dhikaatteef, cubbuu teessan irraa deebi'a'a!” jedhee lallabiisa jalqabe.
Ṣàwárí Wongeela Maatewoosii 4:17
Ilé
Bíbélì
Àwon ètò
Àwon Fídíò