Wongeela Luqaasii 13:18-19
Wongeela Luqaasii 13:18-19 GAXNT
Achiin duuba Yesuus “Mootummaan Waaqaa maan fakkaatti? Maaniin isii wol fakkeessina?” jedhee gaafate. Isiin akka sanyii sanaafici'ii ta nami tokko fuudhee fichaa ifii keessatti dhaabeen guddattee muka guddaa teetee, sinbirreen dhuttee dameelee isi'ii irratti mana ijaarrattuu fakkaatti” jedhe.