Qarshii tokko na garsiisaa” jedhe. Warrii qarishii tokko garsiisee jennaan innii, “Mat. aa fi maqaa eennuu irratti barreessan?” jedhe. Warriilleen, “Ka hayyuu Qeesarii” jedhe jennaan Yesus, “Yoos hayyuu waan isaa male baasaaf, Waaqaallee waan maleef baasaaf” jedhe.